SUNCASA
Furmaatawwan Magaalaa Uumama Irratti Hundaa'e (NbS) Dandamannaa Jijjiirama Qulleensaa Afrikaa Sahaaraa-Gadii (SUNCASA) guddisuun pirojektii waggaa 3 kan hawaasa magaalaa Itoophiyaa, Ruwaandaa, fi Afrikaa Kibbaa keessatti dandamannaa, walqixxummaa saalaa, hammattummaa hawaasummaa, fi eegumsa lubbu qabeeyyii guddisuuf kan kaayyeffate dha.
SUNCASA namoota miiliyoona 2.2 naannoo balaa lolaa olaanaa Dirree Dawaa (Itophiyaa), Kiigaalii (Rwanda), fi Johanisbarg(Afrikaa Kibbaa) keessa jiraatan fayyadamoo taasisa. Deeggarsa maallaqaa Dhimma Addunyaa Canada (Global Affairs Canada) karaa Maamilooma Sagantaa Haala Qilleensaa fi IISD fi Dhaabbata Qabeenya Addunyaatiin kan dhiyaate, SUNCASA n dhaabbilee biyya keessaa hedduu waliin ta’uun hojiirra oola. NbS n koorniyaa irratti hundaa'e kan piroojektichaa qonna bosonaa, misooma bosonaa fi bosona deebisanii dhaabuu, bakkeewwan eegaman uumuu, fi biqiloota magaalaa dhaabuutiin kuusaa bishaan gara olii deebisuu fi tursiisuu ni dalata.
BUUFATOOTA PIROOJEKTII
Diree Dhawaa
SUNCASAn yaa'a laga Dechaatuu kan Dirree Dawaa Itiyoophiyaatti argamu deebisuun balaa lolaa, dhiqannaa biyyee, fi dhiphina bishaan magaalaa hir’isuun namoota 200,000 ol fayyadamoo taasisa.
Kiigaalii
Kiigaalii Rwanda keessatti SUNCASA yaa'a gara gadii kuusaa laga Niyabarongoo ni deebisa, kunis balaa lolaa, sigiga lafaa fi dhiqama biyyee furuun dandamannaa namoota 975,000 ni fooyyessa.
Johanisbarg
SUNCASA n Johaanisbarg Afrikaa Kibbaa keessatti, yaa'a Laga Jukiskeyi ni deebisa kunis karaa weerartoota sanyii alagaa dhabamsiisuu fi inisheetiivii biqiltuu dhaabuu, lolaa hir’isuu akkasumas nageenya bishaanii namoota miliyoona 1.045 ni fooyyessa.
ODUUWWANII FI TA'IIWWAN
Gender Equality in Action: Childcare program enables mothers to work on nature-based solutions in Kigali
SUNCASA partners from AVEGA Agahozo have established a childcare program for children aged 9 to 35 months at tree nurseries to support women by providing care while parents work.
A Sustainable Asset Valuation Assessment of Nature-Based Solutions in the Jukskei River Catchment in Johannesburg, South Africa
This report assesses how nature-based solutions in the Jukskei River catchment reduce water pollution, flood damage, and health costs.
A Sustainable Asset Valuation Assessment of Nature-Based Solutions in Kigali, Rwanda
This report assesses how nature-based solutions can reduce flood risks, improve health, and deliver economic benefits for nearly 1 million residents in Kigali, Rwanda.
A Sustainable Asset Valuation Assessment of Nature-Based Solutions in the Dechatu River Catchment in Dire Dawa, Ethiopia
This report assesses how nature-based solutions can strengthen climate resilience, protect public health, and support livelihoods in Dire Dawa, Ethiopia.
How Biophysical Monitoring Turns Data into Action for Nature-Based Solutions
Rigorous and consistent data analysis provides the feedback needed to refine strategies, attract investment, and strengthen natural infrastructure that delivers multiple social, environmental, and economic benefits.
How to Center Gender and Social Justice in Urban Climate Action
For projects to help communities adapt to climate change, it's vital they engage with champions for gender equality and social inclusion.